Fana: At a Speed of Life!

Bara kana biyyoota Afrikaa Sahaaraa gadi jiran keessatti namoonni miiliyoonni 40 hiyyummaa hamaa keessa galuu akka danda’an Baankiin Addunyaa ifoomse

Finfinnee,Fulbaana 29, 2013 (FBC) – Bara kana biyyoota Afrikaa Sahaaraa gadi jiran keessatti namoonni miiliyoonni 40 hiyyummaa hamaa keessa galuu akka danda’an Baankiin Addunyaa ifoomse.

Diinagdeen biyyoota Sahaaraa gadii bara 2020tti harka 3.3 hir’isuu isaa hordofuun namoonni miiliyoonni 40 hiyyummaa hamaa keessa galuu akka danda’an Baankiin Addunyaa beeksiseera.

Bara Faranjootaa 2021tti diinagdeen naannichaa harka 2.1 dandamachuu akka danda’u baankichi ibsa baaseen ifoomseera.

Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.